Waa'ee IJA Developers Share Company
Kaampaanin Ija Developers (IJA) dhaabbata Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti bulu. Ijaan qaama daldalaa akkaata bu'uura Seera Daldalaa Itoophiyaa fi Mootummaa Naannoo Oromiyaatti socho'u. Wiirtuun hojii kaampaanii keenyaa qabeenya misoomsuu dha.
Murteewwan invastimantii fi hojimaatii daldaalaa, ragaalee qabatamaa, sirrii ta'ani fi karaa karoora mootuummaa naannootiin wal simateen geggeeffamu. Bu'uruma kanan, kaampaanichi sagantaa IJA Property Development Program for Prosperous Ethiopia- Misooma Qabeenyaa IJA, Badhaadhina Itoophiyaatiif jedhu baafateera. IJA Property Development Program for Prosperous Ethiopia.
Sagantaan Misooma Qabeenyaa IJA walumagalatti pirojektoota misoomaa 20 kan qabu yoo ta'u, kunneenis kutaalee gurguddaa 3 jalatti ramadamu: