Ergama IJA
Kaampaniin Misooma Qabeenyaa IJA dudhalee olanoo qooda fudhatoonni keenya (Maamiltoota, qooda-fudhattoota, investeroota fi dhaabbileen liqii) nurraa eegan karaa teekinooloojii ammayyaa fi ragaa qindawaa fayyadamuun guutanii argamuu dha. Akkanumas adeemsa misooma-qabeenyaa, hoggansaa fi oomisha-waloo kara haaraa fi itti gaafatamummaa qabuun itti fayyadamu guutanii fi waan nurraa eegamu caalanii argamuu dha.
