Akkaataa Caaseeffama IJA
Akkaata caaseffama IJAtiin itti gaafatamummaa olaanaa kan qabu Yaa'ii Waliigalaa Qooda Fudhatootaa (YWQF) fi Boordii Daayireektoorotaati. Boordiin Daayireekteerotaa itti gaafatamummaan isaa YWQF. Hojii Geggeessaan Olaanaan ammoo itti gaafatamumaan isaa Boordii Daariketrootaaf ta'a, deeggaarsa Barreessa Olaanaa ni qabaata. Caaseffamni IJA hoggantoota kutaalee gurguddaa sadii hoogganan of jalaa qaba. Kutaaleen kunis: Kutaa Keessummeessuu, Paarkii fi Bashannanaa, Kutaa Konstraakshini Injinariingii fi Bulchiinsa Kontiraataa, fi Kutaa Bulchiinsa Humna Namaati. Kutaalee gurguddaa kana jala hoggantoonni kutaalee xixiqqoo gara garaa ni jiraatu. The current organizational structure of IJA has also Deputy CEOs for property development (PD) and Human Resources Management and a Chief Officer for Finance.