Gamoo Bakka Bashannanaa Bokkuu

IJAn gamoo dheeraa aadaa Oromoo bakka bu'ummaan agarsiisuu fi dhaloota dhufutti dabarsu akkanumas tajaajilota tuurizimii aadaa fi bashannanaa dorgamoo ta'an kennan misoomsa.

Pirojektoota murtaa'an:

  • Gamoo Bokkuu bakka bu'u (Kan aadaa Oromoo calaqqisiisu)
  • Tajajiloota bashannanaa (kan daa'iimman irratti xiyyeeffatan)
  • Gola agarsiisaa

Buufata Xiyyaaraa Boolee, Mooraa Kaargoo Cina, Finfinnee, Itiyoophiyaa