Hoteelota

IJAn tajaalila hoteelaa idil-addunyaa dorgamoo ta'ani fi tajaajiloota wal fakkaatoo kanneen biroo tuuristoota biyya alaa irratti xiyyeeffatan misoomsa..

Pirojektoota murtaa'an:

  • Hoteela urjii 5 (Kan Istaandard idil-addunyaa guutee fi - IS+ ta'e) Magaala Adaamaatti
  • Hoteela Urjii sadii (IS+) Roobee, Naqamtee, Jimmaa fi Awwadaay/Magaala Hararitti.
  • Mooteela (IS+) tokko Ya'a Balloo, Booranatti.

Buufata Xiyyaaraa Boolee, Mooraa Kaargoo Cina, Finfinnee, Itiyoophiyaa