IJAn ganda ispoortii hunda-galeessaa fi horsiisa fardaa walitti qabatee, gabaa biyya keessaa fi gabaa al-ergii irratti xiyyeeffachuun tajaajila ispoortii, dorgommii guluffii fardaa fi damma uumamaa dhiyeessu danda'u misoomsa.
- Kubbaa miillaa, kubbaa saaphanaa, kubbaa harkaa, dorgommii fardaa, goolfii, teenisii dirree, atileetiksii, tajaajila leenjii/ spoortii daaka bishaanii fi saayikiliim akkanumas tajaajila dorgommiiwwan adda addaa keessummeessuu dhiyeessa.
- Wiirtuu tajaajila jiimii fayyaa fi kilinikii idilee teeraappii qaamaa
- Horsiisa fardaa 1000
- Kubbaa saaphanaa, kubbaa harkaa, dorgommii fardaa, goolfii, teenisii dirree, atileetiksii, ispoortii daakaa bishaanii fi saayikilii
- Taajiijla doormii namoota 25f ta'u, kutaalee ciisichaa xindii 50, kutaalee ciisichaa baaqqee 50, kutaalee VIP 10, kutaalee qaama-miidhamtootaaf addatti hojjataman 20
- Golaawwan nyaataa fi dhugaatii, fi bashannanaa 5